- 
	                        
            
            Ermiyaas 33:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
25 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani guyyaa fi halkan ilaalchisee kakuu koo akkuman hundeesse,+ samii fi lafa ilaalchisees seera* akkuman hundeesse,+ 26 sanyii Yaaqoobii fi sanyii tajaajilaa koo Daawit matumaa hin dhiisu; sanyii isaa keessaas bulchitoota sanyii Abrahaam, sanyii Yisihaaqii fi sanyii Yaaqoob irratti bulchan kaasuu koo hin dhiisu. Sababiin isaas, boojiʼamtoota isaanii deebisee walitti nan qaba,+ isaaniifis nan gadda.’”+
 
 -