Izraa 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan; Izraa 2:70 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 70 Luboonni, Leewwonni, sabicha keessaa namoonni muraasni, faarfattoonni, karra eegdonnii fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban; Israaʼelonni kaan hundis* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban.+
2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan;
70 Luboonni, Leewwonni, sabicha keessaa namoonni muraasni, faarfattoonni, karra eegdonnii fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban; Israaʼelonni kaan hundis* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban.+