Faarfannaa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha! Ati simboon kee samiiwwan irra illee kan caalu akka taʼu gooteetta!*+ Faarfannaa 148:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+ Mulʼata 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+
8 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha! Ati simboon kee samiiwwan irra illee kan caalu akka taʼu gooteetta!*+
13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+
4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+