2 Achiis Daawit Mootichi kaʼee dhaabbatee akkana jedhe:
“Yaa obboloota koo fi yaa saba koo, na dhaggeeffadhaa. Mana taabonni kakuu Yihowaa yeroo hundumaatiif keessa taaʼuu fi bakka ejjeta miila Waaqa keenyaatiif taʼu ijaaruun hawwii garaa kootii ture;+ anis manicha ijaaruuf qophii godheera.+