LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 12:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,

      Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+

      Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa.

      Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.

  • Fakkeenya 22:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+

      Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+

      23 Sababiin isaas, Yihowaan ofuma isaatiin isaaniif ni falma,+

      Warra isaan gowwoomsanis ni ajjeesa.*

  • Yaaqoob 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi