Hisqiʼel 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamawwan jiraatoon kun bifa barbadaa* ibiddaa fakkaatu qabu turan; wanti guca bobaʼu fakkaatus uumamawwan jiraatoo kana gidduu asii fi achi deema ture; bakakkaanis ibiddicha keessaa balaqqeessaʼaa ture.+ Ibroota 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera. Ibroota 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?
13 Uumamawwan jiraatoon kun bifa barbadaa* ibiddaa fakkaatu qabu turan; wanti guca bobaʼu fakkaatus uumamawwan jiraatoo kana gidduu asii fi achi deema ture; bakakkaanis ibiddicha keessaa balaqqeessaʼaa ture.+
7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera.
14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?