-
1 Seenaa Baraa 16:8-13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “Yihowaadhaaf galata galchaa;+ maqaa isaa waammadhaa;
Gochawwan isaas saboota gidduutti beeksisaa!+
9 Isa faarfadhaa, faarfannaa galataa isaaf dhiheessaa;*+
Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo taʼan hundumaa irratti yaadaa.*+
10 Maqaa isaa isa qulqulluudhaan boonaa.+
Garaan warra Yihowaa barbaaddatanii haa gammadu.+
11 Yihowaa fi jabina isaa barbaaddadhaa.+
Yeroo hunda fuula isaa barbaaddadhaa.+
-
-
Faarfannaa 96:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Ulfina isaa saboota gidduutti,
Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoos namoota hundumaa gidduutti lallabaa.+
-