2 Hojiin Yihowaa guddaa dha;+
ד [Daalet]
Namoonni itti gammadan hundi isa ni qoʼatu.+
ה [Hii]
3 Gochi isaa ulfina qabeessaa fi simbo qabeessa dha,
ו [Waaw]
Qajeelummaan isaas bara baraaf jabaatee dhaabbata.+
ז [Zaayin]
4 Hojiiwwan isaa warri dinqisiisoo taʼan akka yaadataman godha.+
ח [Heet]
Yihowaan gara laafessaa fi araara qabeessa dha.+