Baʼuu 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe, Yaaqoob 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+
6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,
11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+