Nahimiyaa 9:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Isaan, jechuunis abbootiin keenya garuu gocha of tuulummaa ni raawwatan;+ mata jabeeyyii ni taʼan;*+ ajajawwan kees hin dhaggeeffanne. Faarfannaa 78:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.
16 “Isaan, jechuunis abbootiin keenya garuu gocha of tuulummaa ni raawwatan;+ mata jabeeyyii ni taʼan;*+ ajajawwan kees hin dhaggeeffanne.
8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.