9 Sabni Yihowaa qooda isaa ti;+
Yaaqoob dhaala isaa ti.+
10 Inni lafa onaa keessatti,+
Gammoojjii duwwaa taʼee fi bineensonni bosonaa itti iyyan keessatti+ isa argate.
Isatti marsees isa ni eege, isa ni kunuunse,+
Akka qaroo ija isaattis isa ni eege.+