LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis bubbeen tokko Yihowaa biraa dhufee galaanicha irraa dimbiriqqee* oofee fidee naannoo buufatichaatti akka bubuʼan godhe;+ simbirroonni sun gama tokkoon gara adeemsa guyyaa tokkoo, gama kan biraatiinis gara adeemsa guyyaa tokkoo guutummaa naannoo buufatichaa bubbuʼanii turan; lafa irras gara dhundhuma* lamaa ol tuulamanii turan.

  • Lakkoofsa 11:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Haa taʼu malee, foonichi alanfatamuu isaa dura, utuma ilkaan isaanii gidduu jiruu aariin Yihowaa sabicha irratti ni bobaʼe; Yihowaanis sabicha gidduudhaa namoota hedduu fixuu jalqabe.+

  • Faarfannaa 78:29-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Isaanis ni nyaatan, akka malees ni quufan;

      Inni wanta isaan hawwan isaaniif ni kenne.+

      30 Taʼus guutummaatti dharraa baʼuu isaanii dura,

      Nyaanni isaanii utuma afaan isaanii keessa jiruu,

      31 Dheekkamsi Waaqayyoo isaan irratti bobaʼe.+

      Namoota isaanii warra ciccimoo ni ajjeese;+

      Dargaggoota Israaʼelis ni kukuffise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi