-
Lakkoofsa 14:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Haa taʼu malee, namoota ulfina koo fi mallattoowwan koo+ warra ani biyya Gibxii keessattii fi lafa onaa keessatti raawwadhe kan argan taʼus warra yeroo kudhan na qoranii+ fi sagalee koo hin dhageenye+ kana keessaa tokko illee 23 matumaa biyya ani abbootii isaaniitiif kennuuf kakadhe hin argan. Namoota na tuffatan kana keessaa tokkoon isaanii illee ishii hin argan.+
-