-
Iyyaasuu 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Haa taʼu malee, sanyiiwwan Minaasee magaalota kana dhaalaan fudhachuu hin dandeenye; Kanaʼaanonni biyyattii gadhiisanii deemuu didanii turan.+
-
-
Abbootii Murtii 1:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Biiniyaamonni garuu Yebuusota Yerusaalem keessa jiraachaa turan hin ariine; kanaafuu, Yebuusonni hanga harʼaatti Biiniyaamotaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachaa jiru.+
-