Ermiyaas 32:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+
37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+