-
Ermiyaas 15:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Ani harka hamootaa jalaa sin oolcha,
Barruu namoota gara jabeeyyii jalaas sin fura.”
-
-
Miikiyaas 4:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaa intala Xiyoon, akkuma dubartii daʼumsa irra jirtuutti,
Dhidhiittadhu, aadi,
Sababiin isaas, amma magaalattii keessaa baatee dirree keessa ni jiraatta.
-