Faarfannaa 146:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Warra gowwoomfamaniif haqa kan argamsiisu,Warra beelaʼaniifis nyaata kan kennu isa dha.+ Yihowaan hidhamtoota ni hiika.+ Luqaas 1:53 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 53 warra beelaʼan wantoota gaggaariidhaan quubseera;+ sooressota immoo harka duwwaa deebiseera.
7 Warra gowwoomfamaniif haqa kan argamsiisu,Warra beelaʼaniifis nyaata kan kennu isa dha.+ Yihowaan hidhamtoota ni hiika.+