LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, Abishaalom yommuu aarsaawwan dhiheessetti, Ahitoofel+ Giloonicha isa gorsituu+ Daawit taʼetti nama ergee magaalaa isaa Giloon+ keessaa isa waamsise. Dabni Abishaalom qopheesse ittuma cimaa deeme; namoonni Abishaalomiin deggeranis lakkoofsi isaanii baayʼachaa deeme.+

  • 2 Saamuʼel 16:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Daawit yommuu Baahuriim gaʼu, maatii Saaʼol keessaa kan taʼe Shimeʼiin+ ilmi Geeraa gad baʼee Daawitiin abaaraa gara isaatti dhihaate.+ 6 Inni Daawititti, tajaajiltoota Daawit hundumaatti, akkasumas loltoota isaa fi namoota jajjaboo karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa jiran hundumaatti dhagaa darbata ture. 7 Shimeʼiin akkana jedhee isa abaara ture: “Baʼi asii, baʼi, ati yaa nama dhiigaa nana! Ati yaa nama gatii hin qabne nana!

  • Faarfannaa 69:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Warri sababii malee na jibban,+

      Rifeensa mataa kootii caalaa hedduu dha.

      Warri na balleessan,

      Diinonni koo warri haxxee taʼan* baayʼataniiru.

      Wantan hin hanne akkan deebisu nan dirqisiifame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi