-
2 Saamuʼel 3:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Daawitis booda waaʼee kanaa yommuu dhagaʼu akkana jedhe: “Anii fi mootummaan koo dhiiga Abneer ilma Neeriif Yihowaa duratti itti gaafatamuu irraa bara baraaf walaba dha.+ 29 Dhiigni isaa mataa Yoʼaabii fi mataa guutummaa mana abbaa isaa irratti haa deebiʼu.+ Mana Yoʼaab keessaa namni dhangalaʼaa qaama isaa keessaa yaaʼuun+ yookiin dhukkuba nadaayiitiin* rakkatu+ yookiin dhiirri caliidhaan foʼu* yookiin namni goraadeedhaan duʼu yookiin namni nyaata dhabee rakkatu hin dhabamin!”+
-