Faarfannaa 25:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namni Yihowaa sodaatu eenyu?+ Waaqayyo waaʼee daandii inni filachuu qabuu isa ni barsiisa.+ נ [Nuun] 13 Inni* wanta gaarii taʼe ni argata,+Sanyiiwwan isaas lafa ni dhaalu.+ Faarfannaa 37:25, 26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+ 26 Inni yeroo hundumaa fedhiidhaan liqeessa,+Ijoolleen isaas eebba argatu.
12 Namni Yihowaa sodaatu eenyu?+ Waaqayyo waaʼee daandii inni filachuu qabuu isa ni barsiisa.+ נ [Nuun] 13 Inni* wanta gaarii taʼe ni argata,+Sanyiiwwan isaas lafa ni dhaalu.+
25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+ 26 Inni yeroo hundumaa fedhiidhaan liqeessa,+Ijoolleen isaas eebba argatu.