LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kunoo, ani achitti qarsaa isa Horeeb keessatti argamu irratti si dura nan dhaabbadha. Qarsaa sana rukuti; bishaanis achi keessaa ni baʼa; sabichis ni dhuga.”+ Museenis jaarsolii Israaʼel duratti akkanuma godhe.

  • Lakkoofsa 20:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Museen harka isaa ol kaasee ulee isaatiin kattaa sana siʼa lama rukute; bishaan baayʼeenis yaaʼuu jalqabe; sabichii fi horiiwwan isaaniis dhuguu jalqaban.+

  • Keessa Deebii 8:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 garaan kee boonee+ Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase,+ 15 isa lafa onaa guddaa fi sodaachisaa taʼe keessa,+ bakka bofti summii qabuu fi torbaanqabaan* jirutti, lafa gogaa bishaan hin qabne keessas akka deemtu godhe sana akka si irraanfachiisu hin heyyamin. Inni qarsaa cimaa keessaa bishaan akka yaaʼu godheera;+

  • Faarfannaa 107:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Gammoojjii gara kuufamawwan bishaanii biqiltuudhaan guutamaniitti,

      Lafa gogaas gara burqaawwan bishaaniitti jijjiira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi