Faarfannaa 56:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ifa warra jiraatoo keessa Waaqayyo dura akkan deemuuf,+Duʼa irraa na* oolchiteetta,+Miila koos gufachuu irraa eegdeetta.+ Faarfannaa 94:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Miilli koo ni mucucaate” yommuun jedhetti,Yaa Yihowaa, jaalalli kee inni amanamaan na deggere.+
13 Ifa warra jiraatoo keessa Waaqayyo dura akkan deemuuf,+Duʼa irraa na* oolchiteetta,+Miila koos gufachuu irraa eegdeetta.+