Faarfannaa 119:154 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 154 Naaf falmi,* na oolchi;+Waadaa* kee wajjin haala wal simuunis lubbuudhaan na tursi. Faarfannaa 143:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, maqaa keetiif jedhiitii lubbuudhaan na tursi. Qajeelummaa keetiin dhiphina jalaa na* oolchi.+
11 Yaa Yihowaa, maqaa keetiif jedhiitii lubbuudhaan na tursi. Qajeelummaa keetiin dhiphina jalaa na* oolchi.+