Faarfannaa 33:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Inni qajeelummaa fi haqa ni jaallata.+ Lafti jaalala Yihowaa isa amanamaadhaan guutamteetti.+ Faarfannaa 104:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kutaawwan isaa warra gara olii jiran irraa gaarota bishaan ni obaasa.+ Lafti firii hojiiwwan keetiitiin quufteetti.+
13 Kutaawwan isaa warra gara olii jiran irraa gaarota bishaan ni obaasa.+ Lafti firii hojiiwwan keetiitiin quufteetti.+