Iyyoob 38:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Duumessa lakkaaʼuuf ogummaa kan qabu eenyu? Yookiin hubboo* bishaanii samii gad gombisuu kan dandaʼu eenyu?+ Faarfannaa 147:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni samiiwwan duumessootaan ni uwwisa,Lafaaf bokkaa ni kenna,+Gaarota irratti marga ni biqilcha.+ Ermiyaas 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sagalee isaa yommuu dhageessisu,Bishaanonni samiiwwan keessa jiran ni jeeqamu,+Inni duumessoonni* andaara lafaatii akka ol baʼan ni godha.+ Bokkaadhaaf bakakkaa* ni qopheessa,Manneen kuusaa isaa keessaas bubbee ni baasa.+ Amoos 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 ‘Inni samiiwwan keessatti kortoo isaa dhaabu,Baaxii isaas lafa gararraatti hundeessu,Inni lafa irratti isaan dhangalaasuufBishaanota galaanaa waamu,+Maqaan isaa Yihowaa dha.’+ Maatewos 5:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 kana yoo gootan, ilmaan Abbaa keessan isa samii+ taʼuu keessan argisiistu; inni aduu isaa namoota hamoo fi namoota gaarii irratti ni baasa; bokkaas qajeelotaa fi jalʼoota irratti ni roobsa.+
37 Duumessa lakkaaʼuuf ogummaa kan qabu eenyu? Yookiin hubboo* bishaanii samii gad gombisuu kan dandaʼu eenyu?+
13 Sagalee isaa yommuu dhageessisu,Bishaanonni samiiwwan keessa jiran ni jeeqamu,+Inni duumessoonni* andaara lafaatii akka ol baʼan ni godha.+ Bokkaadhaaf bakakkaa* ni qopheessa,Manneen kuusaa isaa keessaas bubbee ni baasa.+
6 ‘Inni samiiwwan keessatti kortoo isaa dhaabu,Baaxii isaas lafa gararraatti hundeessu,Inni lafa irratti isaan dhangalaasuufBishaanota galaanaa waamu,+Maqaan isaa Yihowaa dha.’+
45 kana yoo gootan, ilmaan Abbaa keessan isa samii+ taʼuu keessan argisiistu; inni aduu isaa namoota hamoo fi namoota gaarii irratti ni baasa; bokkaas qajeelotaa fi jalʼoota irratti ni roobsa.+