LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo kanatti Yesuus akkana jedhe: “Gooftaa samii fi lafaa kan taate yaa Abbaa, wantoota kana ogeeyyii fi beektota jalaa dhoksitee daaʼimmanitti waan mulʼifteef+ uummata duratti sin jajadha.

  • Luqaas 2:46, 47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Guyyaa sadii boodas, mana qulqullummaa keessatti utuu inni barsiisota gidduu taaʼee isaan dhaggeeffatuu fi gaaffii isaan gaafatuu isa argatan. 47 Namoonni isa dhaggeeffatan hundis hubannaa fi deebii inni kennu baayʼee dinqisiifatu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi