Faarfannaa 119:99 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 99 Yaadachiisawwan kee irratti waanan yaaduuf,*Ani barsiisota koo hundumaa caalaa hubannaa qaba.+ Maatewos 7:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yesuus yommuu wantoota kana dubbatee xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise baayʼee dinqisiifatan;+ Maarqos 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Namoonnis akkaataa inni itti barsiisu baayʼee dinqisiifatan; sababiin isaas, inni akka barsiisota seeraatti* utuu hin taʼin, akka nama aangoo qabuutti isaan barsiisa ture.+ Yohaannis 7:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo kanatti Yihudoonni ajaaʼibsiifatanii, “Namichi kun mana barumsaa* galee utuu hin baratin, beekumsa Kitaabota Qulqulluu*+ akkanaa akkamitti argate?”+ jedhan.
28 Yesuus yommuu wantoota kana dubbatee xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise baayʼee dinqisiifatan;+
22 Namoonnis akkaataa inni itti barsiisu baayʼee dinqisiifatan; sababiin isaas, inni akka barsiisota seeraatti* utuu hin taʼin, akka nama aangoo qabuutti isaan barsiisa ture.+
15 Yeroo kanatti Yihudoonni ajaaʼibsiifatanii, “Namichi kun mana barumsaa* galee utuu hin baratin, beekumsa Kitaabota Qulqulluu*+ akkanaa akkamitti argate?”+ jedhan.