21 Achiis Eeliyaas namoota sana hundatti dhihaatee, “Hamma yoomiitti yaada lamaan okkoltu?+ Yihowaan Waaqa dhugaa yoo taʼe, isa duukaa buʼaa;+ Baʼaal Waaqa dhugaa yoo taʼe immoo isa duukaa buʼaa!” isaaniin jedhe. Namoonni sun garuu waan tokko illee isaaf hin deebisne.