Lakkoofsa 6:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yihowaan fuula isaa siif haa ibsu,+ isa birattis fudhatama argadhu. Faarfannaa 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Namoonni hedduun, “Eenyutu wanta gaarii nutti argisiisa?” jedhu. Yaa Yihowaa, ifni fuula keetii nu irratti haa ifu.+
6 Namoonni hedduun, “Eenyutu wanta gaarii nutti argisiisa?” jedhu. Yaa Yihowaa, ifni fuula keetii nu irratti haa ifu.+