LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dambiiwwan isaa fi kakuu+ isaa isa inni abbootii isaanii wajjin gale, akkasumas yaadachiisawwan isaa warra inni isaan akeekkachiisuuf kenne ni tuffatan;+ saboota naannoo isaanii warra Yihowaan akka isaan hin fakkaanne isaan akeekkachiise hundumaa fakkaachuudhaan,+ waaqolii tolfamoo gatii hin qabne hordofan;+ isaanumti iyyuu warra gatii hin qabne taʼan.+

  • 2 Mootota 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Yihowaan akka malee Israaʼelitti waan aareef fuula isaa duraa isaan balleesse.+ Gosa Yihudaa qofa malee eenyu iyyuu akka hafu hin heyyamne.

  • Faarfannaa 73:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Dhugumaan, warri si irraa fagaatan ni badu.

      Atis nama addaggummaadhaan* si dhiisu kam iyyuu ni balleessita.*+

  • Fakkeenya 15:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yihowaan hamoota irraa fagoo dha,

      Kadhannaa qajeelotaa garuu ni dhagaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi