Faarfannaa 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaa mannaa inni seera Yihowaatti ni gammada,+Seera isaas halkanii fi guyyaa sagalee isaa gad qabee dubbisa.*+ Faarfannaa 40:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Waaqa koo, fedhii kee raawwachuun na gammachiisa.*+ Seerri kees garaa koo keessa jira.+ Roomaa 7:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Keessa namummaa kootti seera Waaqayyootti nan gammada;+
2 Kanaa mannaa inni seera Yihowaatti ni gammada,+Seera isaas halkanii fi guyyaa sagalee isaa gad qabee dubbisa.*+