Faarfannaa 63:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Gaʼee hunda caaluu fi filatamaa taʼeen waanan* quufeef,Afaan koo gammachuudhaan si jajata.+ Faarfannaa 71:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Waaqayyo, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiisteetta,+Anis hamma yoonaatti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan labsuu koo itti fufeera.+ Faarfannaa 145:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isaan gaarummaa kee isa hedduu taʼe yommuu yaadatan gammachuudhaan dubbatu,+Qajeelummaa keetiin kan kaʼes ni ililchu.+
17 Yaa Waaqayyo, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiisteetta,+Anis hamma yoonaatti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan labsuu koo itti fufeera.+
7 Isaan gaarummaa kee isa hedduu taʼe yommuu yaadatan gammachuudhaan dubbatu,+Qajeelummaa keetiin kan kaʼes ni ililchu.+