Faarfannaa 95:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni Waaqa keenya dha,Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota kunuunsa isaa jala jirru dha.*+ Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan,+ Luqaas 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Isin keessaa namni hoolota 100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa bade, hoolota 99n sana lafa onaa keessatti dhiisee isa jalaa bade sana hamma argatutti kan hin barbaanne jiraa?+ 1 Pheexiros 2:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Isin akka hoolota karaa irraa badanii turtan;+ amma garuu gara tiksee+ fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu* keessaniitti deebitaniittu.
7 Inni Waaqa keenya dha,Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota kunuunsa isaa jala jirru dha.*+ Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan,+ Luqaas 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Isin keessaa namni hoolota 100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa bade, hoolota 99n sana lafa onaa keessatti dhiisee isa jalaa bade sana hamma argatutti kan hin barbaanne jiraa?+ 1 Pheexiros 2:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Isin akka hoolota karaa irraa badanii turtan;+ amma garuu gara tiksee+ fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu* keessaniitti deebitaniittu.
4 “Isin keessaa namni hoolota 100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa bade, hoolota 99n sana lafa onaa keessatti dhiisee isa jalaa bade sana hamma argatutti kan hin barbaanne jiraa?+
25 Isin akka hoolota karaa irraa badanii turtan;+ amma garuu gara tiksee+ fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu* keessaniitti deebitaniittu.