2 Achiis Yoonaas garaa qurxummii sanaa keessaa gara Waaqa isaa Yihowaatti kadhannaa ni dhiheesse;+ 2 akkana jedhe:
“Dhiphina koo irraa kan kaʼe Yihowaa nan waammadhe; innis naaf deebise.+
Awwaala gad fagoo keessaa gargaarsaaf nan iyye.+
Atis sagalee koo ni dhageesse.