1 Seenaa Baraa 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+ Faarfannaa 53:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haa taʼu malee, isaan naasuu guddaadhaan,Naasuu isaan mudatee hin beekneenis ni liqimfamu;*Sababiin isaas, Waaqayyo lafee warra si haleelanii* ni bittinneessa. Yihowaan waan isaan dhiiseef, ati isaan ni salphista. Isaayyaas 59:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Isaan daandii nagaa hin beekan,Karaa isaanii irras haqni hin jiru.+ Daandii isaanii micciiramaa ni godhu;Namni achi irra deemu kam iyyuu nagaa hin beeku.+
13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+
5 Haa taʼu malee, isaan naasuu guddaadhaan,Naasuu isaan mudatee hin beekneenis ni liqimfamu;*Sababiin isaas, Waaqayyo lafee warra si haleelanii* ni bittinneessa. Yihowaan waan isaan dhiiseef, ati isaan ni salphista.
8 Isaan daandii nagaa hin beekan,Karaa isaanii irras haqni hin jiru.+ Daandii isaanii micciiramaa ni godhu;Namni achi irra deemu kam iyyuu nagaa hin beeku.+