- 
	                        
            
            Isaayyaas 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Maasiin wayinii Yihowaa Gooftaa Raayyaa mana Israaʼeli;+
Namoonni Yihudaas biqiltuu inni jaallatu dha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 59:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Dhugaan badeera,+
Namni hammina irraa goru kam iyyuu saamameera.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Daandiiwwan Yerusaalem irra asii fi achi deemaa.
Asii fi achi ilaalaa, qalbeeffadhaas.
Nama haqa raawwatu,+
Nama amanamaa taʼuu barbaadu tokko argachuu yoo dandeessaniif,
Addabaabayiiwwan ishii keessa barbaadaa,
Anis ishiidhaaf dhiifama nan godha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Amoos 6:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Fardeen kattaa irra ni fiiguu?
Namni qotiyyoodhaan achi irra qotu hoo jiraa?
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Anbaaqom 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Kanaan kan kaʼes seerri laafeera,
Haqnis matumaa raawwatamee hin beeku.
Sababiin isaas, inni hamaan isa qajeelaatti marseera;
Haqni kan jalʼates kanaafi.+
 
 -