LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis namoonni gatii hin qabne lama seenanii isa dura taaʼanii, “Naabot Waaqayyoo fi mooticha arrabseera!” jedhanii namoota sana duratti isa irratti ragaa baʼuu jalqaban.+ Sana booda, gara qarqara magaalattiitti geessanii dhagaadhaan tumanii isa ajjeesan.+

  • Isaayyaas 59:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yakka raawwanneerra, Yihowaas ganneerra;

      Waaqa keenya irraa garagalleerra.

      Waaʼee cunqursaa fi waaʼee yakkaa dubbanneerra;+

      Soba ulfoofneerra, garaadhaas waaʼee dubbii sobaa gungumneerra.+

  • Hoseʼaa 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Isaan dubbii gatii hin qabne dubbatu, sobaan ni kakatu,+ kakuus ni galu;

      Kanaafuu, murtiin dhufu akkuma aramaa summaaʼaa boʼoo maasii keessa jiruu ti.+

  • Amoos 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isin haqa gara hadheessaatti jijjiirtu,

      Qajeelummaas lafatti darbattu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi