LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dunkaanni saamtotaa nagaa qaba,+

      Warri Waaqayyoon dheekkamsiisan,

      Warri waaqa isaanii harka isaanii keessaa qabanis nageenya qabu.+

  • Faarfannaa 12:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Ilmaan namootaa seeraan ala taʼuu waan babalʼisaniif,

      Hamoonni ittisa tokko malee asii fi achi deddeebiʼu.+

  • Lallaba 8:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Gocha hamaa irratti hatattamaan murtiin waan hin kennamneef,+ garaan namootaa wanta hamaa raawwachuuf ni onnate.+

  • Isaayyaas 1:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Magaalaan amanamtuu turte+ akkam sagaagaltuu taate!+

      Ishii keessa haqni guutee ture;+

      Qajeelummaan ishii keessa jiraata ture,+

      Amma garuu warra nama ajjeesantu ishii keessa jiraata.+

  • Hojii Ergamootaa 7:52, 53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Raajota keessaa kan abbootiin keessan utuu hin ariʼatin hafan isa kami?+ Eeyyee, isaan namoota inni qajeelaan+ inni isin dabarsitanii kennitanii fi ajjeestan sun akka dhufu dursanii dubbatan ajjeesaniiru;+ 53 isin Seera karaa maleekotaa kenname fudhattaniittu;+ garuu hin eegne.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi