2 Saamuʼel 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Daawit guutummaa Israaʼel irratti bulchuu isaa itti fufe;+ inni sabni isaa hundi+ haqaa fi qajeelummaa+ akka argatan godha ture. 1 Mootota 3:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni hundi waaʼee murtii mootichi dabarse kanaa ni dhagaʼan; inni murtii haqaa akka kennuuf Waaqayyo ogummaa akka isaaf kenne+ waan arganiif, mooticha ni kabajan.*+
15 Daawit guutummaa Israaʼel irratti bulchuu isaa itti fufe;+ inni sabni isaa hundi+ haqaa fi qajeelummaa+ akka argatan godha ture.
28 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni hundi waaʼee murtii mootichi dabarse kanaa ni dhagaʼan; inni murtii haqaa akka kennuuf Waaqayyo ogummaa akka isaaf kenne+ waan arganiif, mooticha ni kabajan.*+