Keessa Deebii 3:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne; 9 (gaara kana Siidoononni Siriyoon jedhanii waamu turan; Amooronni immoo Seenir jedhanii waamu turan) 1 Seenaa Baraa 5:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Sanyiiwwan walakkaa gosa Minaasee,+ Baashaanii hamma Baʼaal Hermoon, hamma Seenirii fi hamma Gaara Hermoonitti+ biyyattii keessa ni jiraatan. Lakkoofsi isaaniis hedduu ture.
8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne; 9 (gaara kana Siidoononni Siriyoon jedhanii waamu turan; Amooronni immoo Seenir jedhanii waamu turan)
23 Sanyiiwwan walakkaa gosa Minaasee,+ Baashaanii hamma Baʼaal Hermoon, hamma Seenirii fi hamma Gaara Hermoonitti+ biyyattii keessa ni jiraatan. Lakkoofsi isaaniis hedduu ture.