-
Nahimiyaa 9:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 “Ammas Waaqa guddaa, humna qabeessaa fi sodaachisaa kan taate yaa Waaqa keenya, ati kakuu kee kan eegduu fi jaalala amanamaa kan argisiistu dha;+ rakkina bara mootota Asoorii+ jalqabee hamma harʼaatti nu irra, mootota keenya irra, bulchitoota keenya+ irra, luboota keenya+ irra, raajota keenya+ irra, abbootii keenyaa fi guutummaa saba keetii irra gaʼaa jiru hundumaa akka laayyootti hin ilaalin.
-