13 Kunis kan taʼe, cubbuu raajotaa fi balleessaa luboota ishii+
Warra ishii keessatti dhiiga qajeelotaa dhangalaasan sanaatiin kan kaʼe dha.+
נ [Nuun]
14 Isaan jaamanii daandiiwwan irra asii fi achi jooran.+
Dhiigaan waan faalamaniif,+
Eenyu iyyuu uffata isaanii tuquu hin dandaʼu.