Ermiyaas 51:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Yaa dubartii bishaanota hedduu irra jiraattu,+Ishii qabeenya hedduu qabdu nana,+Dhumni kee, yeroon buʼaan argattu itti xumuramu* gaʼeera.+ Hisqiʼel 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, ani gara namoota boojiʼamanii fi Teel Abiib keessa laga Kebaar+ bira jiraatan sanaa dhaqeen bakka isaan jiraatan sana taaʼe; guyyaa torbaafis hadoodeen+ isaan gidduu taaʼe. Daaniʼel 10:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Jiʼa jalqabaa keessaa guyyaa 24ffaatti laga guddaa Xegros*+ qarqara utuun jiruu
13 “Yaa dubartii bishaanota hedduu irra jiraattu,+Ishii qabeenya hedduu qabdu nana,+Dhumni kee, yeroon buʼaan argattu itti xumuramu* gaʼeera.+
15 Kanaafuu, ani gara namoota boojiʼamanii fi Teel Abiib keessa laga Kebaar+ bira jiraatan sanaa dhaqeen bakka isaan jiraatan sana taaʼe; guyyaa torbaafis hadoodeen+ isaan gidduu taaʼe.