Iyyoob 14:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ati na waamta, anis nan owwaadha.+ Hojii harka keetiis ni yaadda.* Faarfannaa 71:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yaa Waaqayyo, yeroon dulloomuu fi yeroon harrii baasutti illee na hin dhiisin.+ Waaʼee humna* keetii dhaloota itti aanutti,Waaʼee guddina keetiis warra gara fuulduraatti dhufan hundumaatti nan hima.+
18 Yaa Waaqayyo, yeroon dulloomuu fi yeroon harrii baasutti illee na hin dhiisin.+ Waaʼee humna* keetii dhaloota itti aanutti,Waaʼee guddina keetiis warra gara fuulduraatti dhufan hundumaatti nan hima.+