-
Iyyoob 31:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Inni daandiiwwan koo hin arguu?+
Tarkaanfii koo hundumaas hin lakkaaʼuu?
-
-
Faarfannaa 121:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yihowaan ammaa jalqabee bara baraaf
Wanta raawwattu hundumaa* irratti si eega.
-
-
Fakkeenya 5:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sababiin isaas, daandiin namaa ija Yihowaa dura jira;
Inni karaa isaa hundumaa ni qora.+
-