Iyyoob 26:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Awwaalli* Waaqayyo* duratti qullaa dha,+Iddoon badiisaas* isa duratti kan hin golgamne dha. Fakkeenya 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan Awwaalaa* fi iddoo badiisaa* guutummaatti ni arga.+ Garaa namootaa immoo caalaatti ni arga!+
11 Yihowaan Awwaalaa* fi iddoo badiisaa* guutummaatti ni arga.+ Garaa namootaa immoo caalaatti ni arga!+