Faarfannaa 139:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gara samiitti yoon ol baʼe, ati achi jirta,Siree koo Awwaala* keessatti yoon afadhes, kunoo ati achi jirta.+ Ibroota 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+
8 Gara samiitti yoon ol baʼe, ati achi jirta,Siree koo Awwaala* keessatti yoon afadhes, kunoo ati achi jirta.+
13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+