Ibroota 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+
13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+