LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe.

  • Faarfannaa 27:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ragoonni sobaa ana irratti waan kaʼaniif,+

      Hamminaanis waan na doorsisaniif,

      Harka* diinota kootti dabarsitee na hin kennin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi