LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 20:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yeroo kanatti Saaʼol isa ajjeesuuf eeboo itti darbate;+ yeroo kanatti, Yonaataan abbaan isaa Daawitiin ajjeesuuf murteessuu isaa ni beeke.+

  • 1 Saamuʼel 23:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Saaʼol gaaricha irraa gama tokkoon ture; Daawitii fi namoonni isaa immoo gaaricha irraa gama kaaniin turan. Daawit Saaʼol jalaa baʼuuf ariifachaa ture;+ haa taʼu malee, Saaʼolii fi namoonni isaa Daawitii fi namoota isaa qabuuf itti dhihaatanii turan.+

  • 1 Saamuʼel 25:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yommuu namni tokko si ariʼachuu fi lubbuu kee barbaaduuf kaʼutti, lubbuun gooftaa kootii korojoo jireenyaa keessatti of eeggannoodhaan maramee Waaqa kee Yihowaa bira ni taaʼa; haa taʼu malee, Waaqayyo lubbuu diinota keetii akka dhagaa furrisa keessaa darbatamuutti ni furrisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi